{"id":3364,"date":"2026-06-24T16:42:03","date_gmt":"2026-06-24T13:42:03","guid":{"rendered":"https:\/\/ethioterit.com\/?p=3364"},"modified":"2026-07-09T16:24:14","modified_gmt":"2026-07-09T13:24:14","slug":"daily-morning-training-at-ethio-terit-day-1","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/daily-morning-training-at-ethio-terit-day-1\/","title":{"rendered":"Torbee duraa, guyyaa jalqabaa!"},"content":{"rendered":"<p><b>Torbee duraa, guyyaa jalqabaa<\/b>!<\/p>\n<p>Torbee duraa, guyyaa jalqabaa Leenjii Gorsa Ogummaa Hojiraawwachiisaa Olaanaa walitti fufaa akkasumas, Qunnamtii Onneedhaa Onneetti fi Deegarsa dhuunfaa imala jijjiiramaatiif!<\/p>\n<p><b>Finfinnee,Guraandhala 16\/2018 ALI<\/b><\/p>\n<p>Hundeessaa fi Hojiraawwachiisaa Olaanaa Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, kan ta\u2019an Obbo Indaashawu Taganyi marii yeroo darbe raawwattoota waliin taasise bu\u2019uureffachuun, geggeessitootaa fi raawwattoota hundaaf \u201cLeenjii Gorsa Ogummaa Hojiraawwachiisaa Olaanaa walitti fufaa akkasumas, Qunnamtii Onneedhaa Onneetti fi Deegarsa dhuunfaa imala jijjiiramaatiif!\u201d jedhu qopheessan guyyaa har\u2019aa\u00a0 eegalan.<\/p>\n<p>Leenjiin jijjiiraama waaraatiif kennamu kun walitti fufiinsaan ji\u2019a tokkoof kan kennamu yoo ta\u2019u, qabiyyee gurguddoo afuriin, torbee\u00a0 afuriif kennama.<\/p>\n<p>Leenjiin torbee jalqabaa eenyummaa, torbee 2ffaa sammuu miira abbummaa, torbee 3ffaa gaafatamummaa, torbee 4ffaa itti gaafatamummaa yoo ta\u2019u, leenjiin torbee duraa guyyaa jalqabaa jijjiirama waaraatiif guyyaa har\u2019aa\u00a0 eegale.<\/p>\n<p>Kaka\u2019umsa isaaniitiin\u00a0 leenjii kana mata duree \u201cLeenjii Gorsa Ogummaa Hojiraawwachiisaa Olaanaa walitti fufaa akkasumas, Qunnamtii Onneedhaa Onneetti fi Deegarsa dhuunfaa imala jijjiiramaatiif!\u201d jedhuun kan qopheessan Hundeessaa fi Hojiraawwachiisaa Olaanaan Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit Obbo Indaashawu Taganyi, leenjichi dirree hojii mijataa, bakka tajaajila rakkoo miseensotaatiif furmaata ta\u2019uu danda\u2019u itti kenninu uumuu bira darbee, jireenya dhuunfaa nama hundaatiif baay\u2019ee barbaachisaa ta\u2019e akka ta\u2019e dubbatan.<\/p>\n<p>Maatii waldaa kanaa ta\u2019uun leenjifamaa leenjii kanaa ta\u2019uu keenyaaf nuti carra qabeessa kan jedhan Obbo Indaashawu Taganyi, kaayyoowwan leenjichaa 10\u2019n tarreessan keessaa, ilaalcha eenyummaa sammuu 100% miira abbummaan itti dhagahamu oomishuu, 100% amala itti gaafatamummaa horachuu, 100% amala gaafatamummaa horachuu, amala kenniinsa tajaajila sadarkaa olaanaa horachuu, sammuu guddinaa horachuu, mul\u2019ata waldichaa uffachuu, cichoomina, sammuu walitti fufiinsaan waan haaraa baratu horachuu fi gochaa bu\u2019aarratti\u00a0 xiyyeeffate\u00a0 hojjechuu\u00a0 isaan ijoo akka ta\u2019e kaasaan.<\/p>\n<p>Hundi keenyaa\u00a0\u00a0 100%\u00a0\u00a0 miira abbummaa, ittigaafatamumma fi gaafatamummaa uffachuun fayyadamummaa miseensotaa mirkaneessuu qabna kan jedhan Obbo Indaashau Taganyi, leenjicha xiyyeeffannoodhaan akka hordofan kallatti dabarsan.<\/p>\n<p>Bu\u2019uura leenjii kanaatiin, geggeessitoonni fi raawwattoonni\u00a0 waldichaa sanada mirkaneeffannaa\u00a0 \u201c100%\u00a0 miira abbummaa uffachuun ambaasaaddara waldichaa ta\u2019ee afuura maatummaatiin miseensota nan tajaajila, itti gaafatamummaa fudhachuun sababa osoon hin tarreessiin sammuu koo waan haaraa barachuuf qophaa\u2019aa taasisee bu\u2019uura qajeelfama waldichaatiin hanga narraa eegamuu ol hojjechuun miseensota nan tajaajila, gaafatamummaa qabaachuun mul\u2019atamiseensotaa dhugoomsuuf odeeffannoo qulqulluu iftoominaa fi amanamummaa guutuun nan kenna, namummaa gaarii uffachuun obsaan tajaajila si\u2019ata nan kenna jedhu\u201d mallatteessuun waadaa galan.<\/p>\n<p>Itti Aanaa Hoji-raawwachiisaa Olaanaa \u2018Operation\u2019 waldichaa kan ta\u2019an Obbo Mulaatu Ba\u2019idee gama isaanitiin, sagantichi kan yeroo eeggate ta\u2019uu kaasuun tokko taanee, fayyadamummaa miseensotaa mirkaneessuu qabna jedhan.<\/p>\n<p>Rakkoo miseensotaatiif furmaata waaraa ta\u2019uuf caalmaatti ka\u2019uu qabna kan jedhan, Itti Aanaa Hoji-raawwachiisaa Olaanaa\u00a0 \u2018Cooperate Sercice\u2019 waldichaa\u00a0 Dr. Yehaalasheet Dammaqaa\u00a0 gama isaanitiin, aantummaa miseensotaa uffachuun mul\u2019ata waldichaa dhugoomsuu qabna jedha.<\/p>\n<p>Dhumarratti Obbo Indaashaw, geggeessitoota fi raawwattoota hunda galateeffachuun, leenjii addaa mata duree \u2018Leenjii Gorsa Ogummaa Hojiraawwachiisaa Olaanaa walitti fufaa akkasumas, Qunnamtii Onneedhaa Onneetti fi Deegarsa dhuunfaa imala jijjiiramaatiif!\u2019 jedhuu kan torbee duraa guyyaa jalqabaa xummuran<\/p>\n<p><strong>\u00a0Odeeffannoo dabalataatiif:<\/strong><\/p>\n<p><strong>Ticktok:<\/strong> <a href=\"https:\/\/www.tiktok.com\/@terit.saccos.oromo?_r=1&amp;_t=ZS-97TmetrNVK8\">@terit.saccos.oromo<\/a><\/p>\n<p><strong>You tube:<\/strong> <a href=\"https:\/\/www.youtube.com\/@ethioteritmedia_afaanoromo\">@ethioteritmedia_afaanoromo<\/a><\/p>\n<p><strong>Telegram:<\/strong> <a href=\"https:\/\/t.me\/teritsacco\">t.me\/teritsacco<\/a><\/p>\n<p><strong>Facebook:<\/strong> <a href=\"https:\/\/www.facebook.com\/share\/1CufjnJS1z\/?mibextid=wwXIfr\">facebook.com\/Afan Oromo<\/a><\/p>\n<p><strong>Website:<\/strong> <a href=\"https:\/\/ethioterit.com\/am\/\">ethioterit.com<\/a><\/p>\n<p><strong>Email:<\/strong> info@ethioterit.com<\/p>\n<p><strong>Short Code:<\/strong> 9124<\/p>","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Torbee duraa, guyyaa jalqabaa! Torbee duraa, guyyaa jalqabaa Leenjii Gorsa Ogummaa Hojiraawwachiisaa Olaanaa walitti fufaa akkasumas, Qunnamtii Onneedhaa Onneetti fi Deegarsa dhuunfaa imala jijjiiramaatiif! Finfinnee,Guraandhala 16\/2018 ALI Hundeessaa fi Hojiraawwachiisaa Olaanaa Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, kan ta\u2019an Obbo Indaashawu Taganyi marii yeroo darbe raawwattoota waliin taasise bu\u2019uureffachuun, geggeessitootaa fi raawwattoota hundaaf [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":3372,"comment_status":"closed","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"_acf_changed":false,"footnotes":"","_members_access_role":[],"_members_access_error":""},"categories":[8],"tags":[],"class_list":["post-3364","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-news"],"blocksy_meta":{"styles_descriptor":{"styles":{"desktop":"","tablet":"","mobile":""},"google_fonts":[],"version":6}},"acf":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3364","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=3364"}],"version-history":[{"count":4,"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3364\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":3390,"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3364\/revisions\/3390"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/media\/3372"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=3364"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=3364"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=3364"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}