{"id":3377,"date":"2026-06-26T15:11:02","date_gmt":"2026-06-26T12:11:02","guid":{"rendered":"https:\/\/ethioterit.com\/?p=3377"},"modified":"2026-06-26T15:14:45","modified_gmt":"2026-06-26T12:14:45","slug":"torbee-duraa-guyyaa-2ffaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/torbee-duraa-guyyaa-2ffaa\/","title":{"rendered":"Torbee duraa, guyyaa 2ffaa"},"content":{"rendered":"<p>\u2018\u2019Torbee duraa, guyyaa 2ffaa !<\/p>\n<p>Torbee duraa, guyyaa 2ffaa Leenjii Gorsa Ogummaa Hojiraawwachiisaa Olaanaa walitti fufaa akkasumas, Qunnamtii Onneedhaa Onneetti fi Deegarsa dhuunfaa imala jijjiiramaatiif!<\/p>\n<p><b>Finfinnee,Guraandhala 17\/2018 ALI<br \/>\n<\/b><br \/>\nHundeessaa fi Hojiraawwachiisaa Olaanaa Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, kan ta\u2019an Obbo Indaashawu Taganyi marii yeroo darbe raawwattoota waliin taasise bu\u2019uureffachuun, geggeessitootaa fi raawwattoota hundaaf \u201cLeenjii Gorsa Ogummaa Hojiraawwachiisaa Olaanaa walitti fufaa akkasumas, Qunnamtii Onneedhaa Onneetti fi Deegarsa dhuunfaa imala jijjiiramaatiif!\u201d jedhu qopheessan\u00a0 guyyaa\u00a0 2ffaa itti fiufe.<\/p>\n<p>Leenjiin torbee jalqabaa eenyummaa, torbee 2ffaa sammuu miira abbummaa, torbee 3ffaa gaafatamummaa, torbee 4ffaa itti gaafatamummaa yoo ta\u2019u, leenjiin torbee duraa guyyaa 2ffaa kun mata duree eenyummaa jalatti waa\u2019ee mul\u2019atta jijjiirama waaraatiif guyyaa haraa kenname.<\/p>\n<p>Hiikaan mul\u2019ataa qabiyyee nama\u00a0 dhuunfaa, hawaasa fi biyya badhaasuu keessatti gahee guddaa qabu kan of keessaa qabuudha kan jedhan Obbo Indaashawu Taganyi, mul\u2019anni waldichaa, \u201c Dargaggoota hoji-uumtotaaf kaappitaala ka\u2019umsaa fi babal\u2019ina hojiilee daldalaatiif oolu dhiyeessuun abjuu fi abdii isaanii dhugoomsuun hawaasa badhaadhi argu\u201d ta\u2019uu kaasan.<\/p>\n<p>Waldaaleen hojii gamtaa guddina diinagdee biyya tokkoo\u00a0 keessatti fi haala qaalayiinsa gabaa tasgabbeessuu keessatti gahee olaanaa qabaachuu kan kaasaan Obbo Indaashawu Taganyi, dargaggoota irratti xiyyeeffachuun keenyas kanumaafi jedhan.<\/p>\n<p>Dargaggoonni humna oomishaa biyya tokkooti kan jedhan Obbo Indaashawu, mul\u2019anni waldaa keenyaa xiyyeeffannoo guddaa kennuun dargaggoota humneessinee\u00a0 madda galii mataa isaa akka qabaatu taasisuudha jedhan.<\/p>\n<p>Kaka\u2019umsa isaaniitiin leenjii kana mata duree \u201cLeenjii Gorsa Ogummaa Hojiraawwachiisaa Olaanaa walitti fufaa akkasumas, Qunnamtii Onneedhaa Onneetti fi Deegarsa dhuunfaa imala jijjiiramaatiif!\u201d jedhuun kan qopheessan Hundeessaa fi Hojiraawwachiisaa Olaanaan Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit Obbo Indaashawu Taganyi, leenjichi dirree hojii mijataa, bakka tajaajila rakkoo miseensotaatiif furmaata ta\u2019uu danda\u2019u itti kenninu uumuu bira darbee, jireenya dhuunfaa nama hundaatiif baay\u2019ee barbaachisaa ta\u2019e akka ta\u2019e dubbatan.<\/p>\n<p>Hundi keenyaa\u00a0\u00a0 100%\u00a0\u00a0 miira abbummaa, ittigaafatamumma fi gaafatamummaa uffachuun fayyadamummaa miseensotaa mirkaneessuu qabna kan jedhan Obbo Indaashau Taganyi, leenjicha xiyyeeffannoodhaan akka hordofan kallatti dabarsan.<\/p>\n<p>Itti gaafatamtuun Waajjira Hojiraawwachiisaa Olaanaa waldichaa kan ta\u2019an Aadde Alamtsahaayi Taazuu gama isaanitiin, leenjiin akkanaa qophaa\u2019uun isaa sanada waadaa mallatteessine qixe sirriin gara hojiitti hiikuuf bu\u2019uura jedhan.<\/p>\n<p>Itti gaafatamtuun kutaa tajaajila maamiloota waldichaa kan ta\u2019an Aadde Yewubdaar Takluu gama isaaniitiin, gammachuu isaanitti dhagahame ibsachuun, miseensotaaf madda furmaataa waaraa ta\u2019uuf caalmaatti nu kakaasa jedhan.<\/p>\n<p>Akka waldaatti sanada waadaa\u00a0 waliin qabaachuun adda nu taasisa kan jedhan\u00a0 Itti gaafatamaa kutaa miidiyaa fi qunnamtii waldichaa kan ta\u2019an Obbo Tashoomaa Baqqalaa, tajaajila quubsaa kennuuf yeroo kamiiyyuu caalaa ni hojjenna jedhan.<\/p>\n<p>Rakkoo miseensotaatiif furmaata waaraa ta\u2019uuf caalmaatti ka\u2019uu qabna kan jedhan, Itti Aanaa Hoji-raawwachiisaa Olaanaa \u2018Cooperate Sercice\u2019 waldichaa Dr. Yehaalasheet Dammaqaa gama isaanitiin, aantummaa miseensotaa uffachuun mul\u2019ata waldichaa dhugoomsuu qabna jedha.<\/p>\n<p>Dhumarratti Obbo Indaashaw, geggeessitoota fi raawwattoota hunda galateeffachuun, leenjii addaa mata duree \u2018Leenjii Gorsa Ogummaa Hojiraawwachiisaa Olaanaa walitti fufaa akkasumas, Qunnamtii Onneedhaa Onneetti fi Deegarsa dhuunfaa imala jijjiiramaatiif!\u2019 jedhuu kan torbee duraa guyyaa 2ffaa xummuran.<\/p>\n<p><strong>\u00a0Odeeffannoo dabalataatiif:<\/strong><\/p>\n<p><strong>Ticktok:<\/strong> <a href=\"https:\/\/www.tiktok.com\/@terit.saccos.oromo?_r=1&amp;_t=ZS-97TmetrNVK8\">@terit.saccos.oromo<\/a><\/p>\n<p><strong>You tube:<\/strong> <a href=\"https:\/\/www.youtube.com\/@ethioteritmedia\">@ethioteritmedia_afaanoromo<\/a><\/p>\n<p><strong>Telegram:<\/strong> <a href=\"https:\/\/t.me\/teritsacco\">t.me\/teritsacco<\/a><\/p>\n<p><strong>Facebook:<\/strong> <a href=\"https:\/\/www.facebook.com\/share\/1CufjnJS1z\/?mibextid=wwXIfr\">facebook.com\/Afan Oromo<\/a><\/p>\n<p><strong>Website:<\/strong> <a href=\"https:\/\/ethioterit.com\/am\/\">ethioterit.com<\/a><\/p>\n<p><strong>Email:<\/strong> info@ethioterit.com<\/p>\n<p><strong>Short Code:<\/strong> 9124<\/p>","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u2018\u2019Torbee duraa, guyyaa 2ffaa ! Torbee duraa, guyyaa 2ffaa Leenjii Gorsa Ogummaa Hojiraawwachiisaa Olaanaa walitti fufaa akkasumas, Qunnamtii Onneedhaa Onneetti fi Deegarsa dhuunfaa imala jijjiiramaatiif! Finfinnee,Guraandhala 17\/2018 ALI Hundeessaa fi Hojiraawwachiisaa Olaanaa Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, kan ta\u2019an Obbo Indaashawu Taganyi marii yeroo darbe raawwattoota waliin taasise bu\u2019uureffachuun, geggeessitootaa fi raawwattoota [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":2,"featured_media":3378,"comment_status":"closed","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"_acf_changed":false,"footnotes":"","_members_access_role":[],"_members_access_error":""},"categories":[8],"tags":[],"class_list":["post-3377","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-news"],"blocksy_meta":{"styles_descriptor":{"styles":{"desktop":"","tablet":"","mobile":""},"google_fonts":[],"version":6}},"acf":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3377","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/users\/2"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=3377"}],"version-history":[{"count":2,"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3377\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":3380,"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3377\/revisions\/3380"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/media\/3378"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=3377"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=3377"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ethioterit.com\/am\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=3377"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}